Fana: At a Speed of Life!

Ruwaandaan talaallii vaayrasii koroonaa laachuu eegalte

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Ruwaandaan kutaa hawaasa caalmaatti saaxilamoo ta’aniif talaallii vaayrasii koroonaa laachuu eegalteerti.
Hojjettoota dabalatee kutaa Hawaasa vaayrasichaaf saaxilamoo ta’aniif Ruwaandaan har’a talaallii laachuu eegalteerti.
Ministeerri Fayyaa biyyattii talaallii kana qaamolee qindeessitoota talaallii vaayrasii koroonaa idil addunyaarraa muraasa argachuu ibseera.
Yeroo itti aanuus talaallicha dabalataan argachuuf dhaabbilee idil addunyaa waliin hojjechaa jiraachuu beeksiseera.
Ruwaandaan Baatii laman dhufan keessa Talaallii Astiraazeeneekaa kuma dhibba 9 fi kuma 96 fi Faayzarii kuma dhibba 1 fi kuma 2 fi 960 ni argattee jedhamee eegama.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.