Fana: At a Speed of Life!

Ejansiin barnoota leenjii Teeknikaa fi ogummaa Finfinnee barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 6 ol eebbisiise

Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC) – Ejansiin Barnoota Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa Finfinnee barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 6 fi 891 har’a eebbisiiseera.

Sagantichaarratti Sadarkaa Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Finfinneetti Qindeessaan Dhaabbilee Kenniinsa Tajaajilaa Mootummaa obbo Zhaanxiraar Abbay fi Af yaa’iin Mana Maree Magaalaa Finfinnee aadde Zarfeshawaal Niguseen argamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.

Viidiyoowwanis daawwadhaa.

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.