Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Shimmalis Abdiisan durfamu magaalaa Jimmaa gale

Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC)-Jilli Obbo Shimalliis Abdiisaan durfamu magaalaa Jimmaa galeera.
Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimmalis Abdiisaa fi Preezdaantiin Mana Murtii waliigalaa Federaalaa aadde Maazaa Ashannaafii magaala Jimmaa galaniiru.
Aanga’oonni kunneen wayita buufata xiyyaaraa Jimmaa Abbaa Jifaar ga’anitti hoggansa Olaanoon Magaalaa fi Godina Jimmaa akkasumas Jaarsoliin biyyaatiin simannaan taasifameefiira.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.