Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Oromiyaa iddoolee muraasatti Dilbata dhuftu dhiyeessiin elektiriikaa kan adda citu ta’uu Tajaajilli Elektiriikaa Ityoophiyaa beeksise

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaa iddoolee muraasatti Dilbata dhuftu dhiyeessiin elektiriikaa kan adda citu ta’uu Tajaajilli Elektiriikaa Ityoophiyaa beeksise.
Tajaajilichi akka beeksisetti sababii suphaa sarara elektiriikaa jabaatin Gurraandhala 7 ganama sa’aa 12:00 hanga sa’aa 5:00tti magaalaa Bishooftuu, Duukamii fi naannawa isaaniitti dhiyeessiin elektiriikni adda ni cita.
Tajaajilamtoonnis duursanii akka of qopheessan gaafateera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.