Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan Ityoophiyaatti ambaasaadara Jarman waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Iinarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan Ityoophiyaatti ambaasaadara Jarman Isteefan Awur waliin mari’atan.
Haala waqtaawaa fi haala waliigalaa Hidha Haaromsa Guddichaarratti mari’ataniiru.
Dooktar Injiinar Silashiin marii waliigalaa Hidha Haaromsaarratti gaggeeffamaa jiru ilaalchisee Ambaasaaddarichaaf ibsa taasiisaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.