Fana: At a Speed of Life!

Godina Guraageetti hiriirri deeggarsa Dooktar Abiy gaggeeffame

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Godina Guraageetti hiriirri deeggarsa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaggeeffame.
Jiraattoonni aanaalee godinichaa hundarra walitti babba’an jijjiirramaa fi hoggansa Dooktar Abiy laataa jiran deeggaruun magaalaa Buttaa Jiraatti hiriira ba’aniiru.
Hiriirri kun mata dureewwan ‘imalli jijjiirrama hoggansa Dooktar Abiyyiin cimee itti fufa, Badhaadhina waliin bu’aa qabeessa ni taana, awwaalcha Juuntaarratti Badhaadhinni, nageenyii fi tokkummaan ummattootaa ni dagaaga,’ jedhuun gaggeeffamuu ragaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Kibbaarraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.