Fana: At a Speed of Life!

Af yaa’ii olaanaan naannoo Beenishaanguul Guumuuzii fi miseensi koree giddu galeessaa paartii Badhaadhinaa aangorraa ka’an

Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) – Af yaa’ii olaanaan naannoo Beenishaanguul Guumuuzii fi miseensi koree giddu galeessaa paartii Badhaadhinaa obbo Taaddasaa Tafarraan aangorraa ka’aniiru.

Paartichi hoggantoota fedhii dhuunfaa isaanii milkeessuuf ummata miidhaa turan jiraachuu gamaaggama taasiiseen hubachuu ibseera.

Yaa’iin hoggansa olaanaa fi giddu galeessaa paartii Badhaadhinaa naannoo Beenishaanguul Guumuuz magaalaa Asoosaatti dhimmoota waqtaawaa, siyaasaa fi nageenyarraatti guyyoota 3f taa’amaa ture ibsa ejjonnee abbaa qabxii 9 baafachuun xumurameera.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.