Fana: At a Speed of Life!

ABO Shanee 33 irratti tarkaanfiin fudhatame

Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Godina Wallaggaa Bahaatti olaantummaa seeraa kabachiisuu fi nageenya mirkaneessuuf tibba kana kojii opireeshiinii gaggeefameen ABO Shane 33 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Komiishiniin Poolisii Oromiyaa beeksiseera.
Miseensonni ABO Shanee 8 ta’an hidhannoosaanii guutuu waliin qaamolee naggeenyaatin booji’amuu komishinichii ibseera.
Godinichatti olaantummaan seeraa akka kabajamuu fi nageenya waaraan akka jiraatuuf tarkaanfiin shiftaa ABO Shanee irratti fudhatamu itti fufuu ragaan komishinicharra argamee ni muul’dhisa.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.