Fana: At a Speed of Life!

Ambaassaddar Profeessar Admaasuu Tsaggaayee Indooneezhiyaatti ambaasaaddara Fiinlaand Jaar Siinkaar waliin marii’atan

Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) – Ambaassaddar Profeessar Admaasuu Tsaggaayee Indooneezhiyaatti ambaasaaddara Fiinlaand Jaar Siinkaar waliin marii’ataniiru.
Ambaassaddar Profeessar Admaasuu Tsaggaayee jijjiirama hunda galeessa Ityoophiyaatti raawwatamaa jiru ilaalchisuun ibsaniiru.
Naannoo Tigiraayitti hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu xumuramuu, bu’uuralee misoomaa deebisanii dhaabuu fi hojiin dhiyeessii deeggarsa namoomaa cimee itti fufu hubachiisaniiru.
Ambaassaddar Profeessar Admaasuu Tsaggaayee hidha haaromsaa irratti adeemsa waliigaltee sadeenii fi Sudaan seeraan ala lafa Ityoophiyaa qabachuu ibsaniiru.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.