Fana: At a Speed of Life!

Jiraattonni magaalaa Hawaasaa hiriira deeggarsa Dooktar Abiy Ahimadiif bahan

Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)-Jiraattonni magaalaa Hawaasaa jijjiirrama hunda galeessaa waggoota 3 keessaatti hoggansaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin dhuufeen hiriira deeggarsa bahaniiru.
Hiriira deeggarsa kanarratti jiraattonni naannoo Sidaamaa fi magaalaa Hawaasaarra walitti babba’aan hirmaataa jiru.
Hiriirichaanis dhaadannoowwan garagaraa dhageessisaa jiru.
Haluma wal fakkatuun jiraattonni Godina Gaamoo magaalaa Arbaa Minci hiriira deeggarsa Dooktar Abiy Ahimadiif bahaniiru.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.