Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Umar Huseeniin durfamuu aanaa Geeraatti hojii qonnaa daawwataa jira

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Jilli Minstira Ministeera Qonnaa obbo Umar Huseeniin durfamuu godina Jimmaa aanaa Geeraatti daawwannaa hojiiwwan qonnaa taasisaa jira.
Jilli kun hojii buna gamashuu irratti hirmaataa kan jiru yoo ta’u, hojiiwwan garaagaraas kan daawwatan ta’u ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii godina Jimmaarra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.