Fana: At a Speed of Life!

Hojiin diippilomaasii teeknooloojiin deeggarame raawwatamuu akka qabu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC) – Ambaasaaddaroota dhiyeenyatti xalayaa muudamaa preezdaanti Saahilawarqi Zawdee kennameefif leenjiin laatamaa jira.
Leenjichi diippilomaasii fi qunnamtii idil addunyaa, imaammata dhimma alaa, seenaa diippilomaasi biyyatti, diippilomaasii haaydiroo, dhaabbilee Afriikaa akkasumaas naannoo fi idil addunyaa irratti kan xiyyeeffate ta’uu ibsameera.
Deettaa Ministira Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo Hojiin dippilomaasii teeknooloojiin deeggarame raawwatamuu akka qabu himaniiru.
Kanaafis, uwwisa midiyaalee hawaasaa fayyadamuu akka qaban hubachiisu ragaan waajjira dubbii himaa ministeera dhimma alaa irraa arganne ni mul’isa.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.