Fana: At a Speed of Life!

Jiraattonni godina Walaayittaa Sooddoo hiriira deeggarsa Dooktar Abiy Ahimadif bahan

Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC)-Jiraattonni godina Walaayittaa Sooddoo hoggansaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif hiriira deeggarsa bahaniiru.
Hiriira deeggarsichaarratti jiraattonni aanoolee godinicha hundaa fi magaalaa Sooddoorra walitti babba’aan hirmaata jiru.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.