Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Tajaajila Loojastiiksii konkolaattoota Doolaara miiliyoona 11n bituun Jiibuutii ga’an fudhachuu beeksiise

Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Tajaajila Loojastiiksii konkolaattoota fe’umsaa gurguddoo Doolaara miiliyoona 11n bituun 150 Jiibuutii ga’an fudhachuu beeksiiseera.

Bitamuun konkolaattoota kanneenii galii fi al ergiin keessattuu Xaa’oon biyyoo yeroon qonnaan bultootaf aaka qaqqabu shoora olaanaa qabaachuu Daayreektarri Koomiiniikeeshinii dhaabbatichaa obbo Ashabbir Noottaan himaniiru.

Konkolaattoonni Chaayinaa bitaman kunneen tokkoon tokkoo isaanii kuntaala 400 baachuu danda’u jedhame.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.