Fana: At a Speed of Life!

Preezdaanti Saahilawarq Ambaasaaddar Wayineesheet Taadaasaa ambaasaaddara guutuu taasuun muudan

Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ambaasaaddar Wayineesheet Taadaasaa ambaasaaddara aanga’aa guutuu taasuun muudaniiru.
Preezdaant Saahilawarq bu’uura heera mootummaa keewwata 71 keewwata xiqqaa 3tiin Ambaasaaddar Wayineesheet Taadaasaa argamaa addaa fi ambaasaaddara aanga’aa guutuu FDRI taasuun muuduu isaanii ragaan Waajjira Preezdaantirraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.