Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 547 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 547 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 6 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 5,632f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 547 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 182 dandamataniiru.

Namoonni 13,296 yaalarratti argamu.

Namoonni 215 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 6 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,122 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 139,408 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

  1. Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.