Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Imanu’eel Maakroon waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Faransaay Imanu’eel Maakroon waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Dooktar Abiy fuula Feesbuukii isaaniitin, hariiroo tumsa waloo Ityoophiyaa fi Faransaay giddu jiru cimsuuf akkasumaas dhimma biyyaa fi naannoorratti deeggarsa taasifamurratti preezdaant Imanu’eel Maakroon waliin mari’achuu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.