Fana: At a Speed of Life!

Jiraattonni godina Shawaa Kaabaa proojekti Maaddii Biyyaaf Birrii miiliyoona 8 fi kuma dhibba 5ol walitti qaban

Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Jiraattonni godina Shawaa Kaabaa proojekti Maaddii Biyyaaf Birrii miiliyoona 8 fi kuma dhibba 5 ol walitti qabaniiru.
Galii kanas walitti kan qaban hiriira deeggarsaa hoggansaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimaad fi Paartii Badhaadhinaaf magaalaa Ficheetti bahanirratti.
Tarkaanfii Raayyaan Ittisa Biyyaa olaantummaa seera kabachiisuuf garee juuntaa ABUT irratti fudhatamees galateefataniru.
Hiriira kanarratti proojekti Maaddii Biyyaaf Birrii miiliyoona 8 fi kuma 500 waliitti qabuun aantummaa qabanis agarsisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.