Fana: At a Speed of Life!

Hojimaata diinagdee qonnaa foyyeessun gara hojiitti kan galuu sirni liizii faayinaansii haala qabatamaa Ityoophiyaa tilmaama keessa kan galchee ta’u qaba jedhame

Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Hojimaata diinagdee qonnaa foyyeessuun gara hojiitti kan galuu sirni liizii faayinaansii haala qabatamaa Ityoophiyaa tilmaama keessa kan galchee ta’u akka qabu Ministeerri Qonnaa gaafate.

Ministeerri Qonnaa dhaabbilee faayinaansii waliin dhimma liizii faayinaansiirratti mari’ataa jira.

Marichaan foyyaa’insi seeraa Baankii Addunyaa guddina damichaaf shooraa qabaatus qaamoleen dhimmi ilaallatu hundaa waloon hojjechuun murteessaadha jedhameera.

Baankoonni liqasaanii waliigalaarraa %5 liizii faayinaansiif oolchu qabu jedhamaniis gama kanaan garuu to’annaa taasifamuurratti xiyyeeffannoon laatamu qaba jedhameera.

Misikkir Sinaaffiqtu gabaase

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.