Fana: At a Speed of Life!

Mallattoon dorgommii filannoo paartilee siyaasaa ifoome

Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Paartileen siyaasaa seera qabeessa ta’an hundi mallattoo dorgommii filannoo fudhachuu isaanii Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksiseera.
Boordichi Filannoo Biyyaalessaa marsaa 6ffaa gaggeeffamuuf hojmaata gabatee yeroorratti kaa’amee keessaa Paartilee Siyaasaa mallattoo filannoo filachiisuun isa tokko ta’uu ibsameera.
Haaluma kanaan Paartileen Siyaasaa mallattoo dorgommii filannoo isaanii kan filatan yoo ta’uu, Boordiin Filannoo Biyyaalessaa mallattoo ragga’eef akka fudhatan taasiisuu himameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.