Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti baatiwwan jahaan darbaniitti balaan Ibiddaa 110 muudateera -Komishinii Poolisii magaalaa Finfinnee

Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiwwan jahaan darbanitti balaan Ibiddaa 110 muudachuu Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Balaawwwan muudateen qabeenyi birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 57tti tilmaamamu barbadaa’uu fi lubbuun namoota 5 darbuu komishinichi ibseera.
Balaawwan ga’an keessa 24 dhaabbilee daldalaa fi dhaabbilee garaagaraarratti kan qaqqabe ta’uu ibsameera.
Hedduun isaanii hanqina of eeggannoo fi dagannaan kan qaqqabe ta’uu ragaan Komishinii Poolisii Magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.