Fana: At a Speed of Life!

Birgaadel jeneraal Ma’aashoo Hagos Siyyuum dhaabbata mootummoota gamtoomanniitti ajajee ergama nageenya kabachiisaa Sudaan Kibbaa ta’uun muudaman

Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Birgaadel jeneraal Ma’aashoo Hagos Siyyuum Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanniitti ajajee ergama nageenya kabachiisaa Sudaan Kibbaa ta’uun muudamaniiru.

Birgaadel jeneraal Ma’aashoo Hagos Siyyuum Humna Qilleensaa Ityoophiyaatti waggoota 25f, Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanniitti humna nageenya kabchiisaa Laaybeeriiyaa fi Daarfuur keessatti tajaajilaniiru.

Muudamichi Amajjii 4, 2013 eegalee kan laatameef ta’uu ragaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanniirraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.