Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti yaaliin guyyaa har’aa balaa Ibiddaa qabsiisuuf yaallamee ture fashalaa’e

Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaa har’aa yaaliin balaa Ibiddaa iddoolee lamatti qabsiisuuf yaallamee ture fashalaa’uu ibsameera.

Balicha tattaaffii ummataa fi Komishinii hoggansa soda balaa Ibidaa, akkasumas qaamolee nageenyaan too’annoo jala ooluu himameera.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf; Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.