Fana: At a Speed of Life!

Komishiiniin poolisii Dirree Dawaa fi Affaar hariiroosaanii akka cimsan ibsan

Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC)- Komishiiniin poolisii Dirree Dawaa fi naannoo Affaar hariiroosaanii akka cimsan ibsaniiru.
Hooggantoonni immaammaata komishiinii poolisii naannoo Affaar komishiinii poolisii Dirree Dawaatti argamuun muuxannoo wal jijjiiraniiru.
Muuxannoo wal jijjiirraa kanarratti itti aanaa komishinaara komishinii poolisii Dirree Dawaa Maa’oo Tashoomaa dabalatee hoggantoonni biroon argamaniiru.
Waltajjichaan bu’aa komishiinichan argamee raawwii hojiirratti mariin gaggeeffameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf; Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.