Fana: At a Speed of Life!

Tarminaalli Tursiisa konkolaattoota fe’umsaa daangaa ce’aa Dawwallee eebbifame

Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) – Naannoo Soomaalee Godina Siitii aanaa Dawwalleetti Tarminaalli Tursiisa konkolaattoota fe’umsaa daangaa ce’aa eebbifame.
Sirna eebbichaarratti Ministirri Ministeera Geejjibaa aadde Daagmaawiit Mogas, Daayreektarri olaanaan Abbaa Taayitaa Geejjibaa Federaalaa obbo Abdiisa Yaadataa fi Preezdaantii naannoo Soomaalee obbo Musxafee Mahaammad dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa federaalaa fi naannoo Soomaalee argamaniiru.
Tarminaalichaa konkolaattoota 250 keessummeessuu danda’a jedhameera.
Tashoomaa Hayiluutu gabaase.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.