Fana: At a Speed of Life!

Aadde Mufariyaat itti aanaa barreessaa olaanaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufariyaat Kamiil itti aanaa barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Giilsi Miikaad waliin mari’ataniiru.

Duula olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti gaggeeffameen booda dhiyeessii deeggarsa namoomaa ilaalchisee marii taasiisuu isaanii ragaan Ministeera Nageenyaarraa argame ni agarsiisa

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.