Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 549 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 549 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 2 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,003f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 549 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 266 dandamataniiru.

Namoonni 11,647 yaalarratti argamu.

Namoonni 230 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 2 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,085 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 135,594 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.