Fana: At a Speed of Life!

Yuunivartsiitiin Diillaa barattoota barsiisaa ture kuma 3 fi 500 ol guyyaa har’aa eebbisiise

Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC ) –Yuunivartsiitiin Diillaa barattoota barsiisaa ture kuma 3 fi 500 ol guyyaa har’aa eebbisiise.
Yuunivarsiitichi guyyaa har’aa marsaa 21ffaaf digirii jalqabaa fi digirii lammaffaa barattoota barsiisaa ture kuma 3 fi 500 ol eebbisiiseera.
Sirna eebbaa kanarratti Sadarkaa Itti aanaa Mootummaa naannoo Kibbaatti Qindeessaan Kilaastaraa hawaasumaa fi Hoogganaan Biiroo Aadaa fi Turizimii obbo Haylamaariyaam Tasfaayee dabalatee miseensoonni boordii yuunivarsiitichaa fi keessuummoonni biroo argamaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.