Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa yeroo hojii isaanii Xumuran Mikaa’eel Raaynar gaggeessan

Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaan Makonniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa yeroo hojii isaanii Xumuran Mikaa’eel Raaynar gaggeessaniiru.

Obbo Dammaqaan Ambaasaaddar Mikaa’eel Raaynar turtii Ityoophiyaatti taasiisaniin hariiroo biyyooata lamaani cimsuuf hojii bu’aa qabeessa hojjetaniif galateeffataniiru.

Akkasumas Ityoophiyaan bulchiinsa haaraa Preezdaant Joo Baayidan waliin hariiroo waloo caalmaatti cimsuuf fedhii qabaachuu ibsuu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni agarsiisa.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.