Fana: At a Speed of Life!

Hojiin torbanitti Ityoophiyaanoota kuma 1 Sa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebisuu eegale

Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC)- Hojiin torbanitti Ityoophiyaanoota kuma 1 Sa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebisuu eegalu Imbaasiin Ityoophiyaa biyyachatti argamuu beeksise.
Baqattoonni kara seeraan alaa gara Sa’uud Arabiyaa wayita galan to’ataman biyyichatti buufata tursiisaa baqattootaa keessaatti argaman baatiwwan darbaniif weerara vaayrasii koroonaatin walqabsiisee gara biyyaa deebi’uu hin dandeenye baldhinaan gara biyyaa debisuuf hojjetamaa jiraachuu imbaasichi beeksiseera.
Bu’uruma kanaan iddoo tursiisaa baqattootaa Jiddaa Shuumeesii keessaa kan turaan lammiilee Ityoophiyaa dhiiroota 296 har’a gara biyyaa deebisuuf qophiin duraa xumurameera jedhame.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.