Fana: At a Speed of Life!

Tibba daebe harka kan laatan Meejar Jeneraal Mahammad Ishaa fi Birgaader Jeneraal Mulgeetaa Bariheen Finfinnee galan

Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Tibba daebe harka kan laataan Meejar Jeneraal Mahammad Ishaa fi Birgaader Jeneraal Mulgeetaa Bariheen har’a Finfinnee galaniiru.

Miseensa Raayyaa Ittisa Biyyaa Kan turanii fi soorramaan kabajaan kan gaggeeffamuun humna Juuntaa hogganuu fi lolchiisaa kan turan meejar Jeneraal Mahammad Ishaa fi birgaadeer jeneral Mulgeetaa Barihee Finfinnee galaniiru.

Hoggantoonni waraanaa kunneen erga soorramaan gaggeeffamanii booda garee finxaaleeyyii ABUTtiitti makamuun lolaaf qophii taasiisaa turuu isaanii ibsameera.

Haleellaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Izzii Kaabaarratti raawwatame olaantummaan qindeessaniiru jedhame.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.