Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Tigraayitti sababa adda addaatin barnoota addaan cite eegalchisuuf hojjetamaa jira –Ministeera Barnoota

Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC)-Hoggantoonni Ministeerichaa fi ogeeyyiin naannoo Tigraayitti yeroo itti aanuuf barnootaa eegalchiisuuf haala dandeesisuurratti hooggantoota bulchiinsa yeroo naannichaa fi ogeeyyii waliin mari’ataniiru.
Iddoolee daawwannaa gaggeeffameetti akka mirkanaa’eetti galteewwaanii fi bu’uraaleen misooma garee badii ABUTin miidhaamuun beekameera.
Hojii adeemsa baruu fi barsiisuu yeroo dhiyootti iddoo duraatti deebisuuf mootummaan naannichaa fi qaamoleen dhimmi ilaallatuu tattaaffii taasisanin ministeerichi deeggarsaa fi hordooffi itti fufuunsa qabu kan taasisuu ta’uu Ministir Deettaan ministeera Barnoota Huriyaa Aliin ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.