Fana: At a Speed of Life!

Shawaa Kaabaatti milishoonni kumni 11 ol eebbifamaan

Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaatti milishoonni kumni 11 fi 500 fi 80 leenji’an turan eebbifamaniiru.
Itti gaafataman Waajjira Bulchiinsaa fi Nageenyaa godina Shawaa Kaabaa obbo Axinaafuu Baqqalaan, leenjiin milishootaaf kenname kun hawaasni godinicha sodaa nageenya tokko malee nagayaan bobba’anii akka galanii fi jedhaniiru.
Nageenya godinichaa amansiisaa taasisuufis ga’ee gudda qaba jedhan.
Akka gabaasa OBNtti milishoonni eebbifaman kunneen “leenjiin arganne ga’umsa guddaa waan nuuf ta’uuf nageenya naannoo keenyaas ummata waliin ta’uun ni mirkaneessina” jedhaniru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.