Fana: At a Speed of Life!

Asxaan kabaja injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa ifoome

Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC)- Ministeerri Aadaa fi Tuurizimii Asxaa kabaja injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa ifoomseera.
Ibsi Asxichaa
Gaachaana, Gooraadee fi eeboo, meeshaalee abbootiin keenyaa diinaa ittin waraanaan.
Urjiiwwan sadan turanii fi dhaaloota kan bakka bu’udha.
Halluuwwan Magariisaa, Keelloo Diimaa bu’aa Adwaa amma jiruutti.
Bara 1888-2013 lakkaawwii waggaa 25
Dhaadannoon isaa mallattoo tokkummaa sabdaneessummaa- gitni gurraachaa-Injifannoo uummataa gurraachaa
Halluun Geengoo qarqara Asxaa Diimichi – walabummaa wareegamaa eegamuu (kabachifamuu)
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.