Fana: At a Speed of Life!

Ijaarsi Daandii Konkiriitii Diichootoo – Maqa Gaalaafii – Balahoo xumuramuun tajaajila eegale

Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Ijaarsi Daandii Konkiriitii Diichootoo – Maqa Gaalaafii – Balahoo xumuramuun tajaajila eegaluu ibsameera.
Daandichi Km Meetira 78 kan dheeratu yoo ta’u, ijaarsa isaaf baajanni birriin biiliyoonni 2.4 ol baasii ta’uu ibsameera.
Gama biraan ijaarsi daandii Maqa Meeloodoonii – Maandaa – Buree eegalameera.
Ijaarsa daandichaa baajata birrii biiliyoona 2 ol kan gaafatu ta’uu ibsameera.
Sirna eebbaa fi eegalamuu ijaarsa daandiwwan kanneerratti Ministirri Ministeera Geejjibaa FDRI aadde Daagmaawiit Mogas, Preezdaantiin naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaa fi Daayeerkarri olaanaan abbaa Taayitaa Daandiwwanii Ityoophiyaa Injiinar Haambtaamuu Taganyi argamaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa .
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.