Fana: At a Speed of Life!

Tiraamp Waayit Haawus gadi lakkisuun ba’an

Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)- Waggoota arfan darbaniitti Ameerikaa preezdaantumman bulchaa kan turan preezdaant Doonaald Tiraamp Waayit Haawus gadi lakkisuun heelikooptara waraanatin gara Filooridaa imalaniiru.
Preezdaanti Ameerikaa haara ta’uun kan filatamaan Joo Baayidaanii fi itti aantuun isaanii Kaamiilaa Haariis guyyaa har’a sirna kaakuu ni raawwatuun eegama.
Maddi:-BBC
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.