Fana: At a Speed of Life!

Ergamtoonni dhaabbii biyyoota miseensa Gamtaa Afrikaa walga’ii idile 41ffaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)- Ergamtoonni dhaabbii biyyoota miseensa Gamtaa Afrikaa walga’ii idile 41ffaa viidiyoo konfiraansiin gaggeessaa jira.
Walgaa’ichi mata duree ‘ Afrikaa ogummaa, aadaa fi hambaa ishee barbaachisuun ni ijaarra’ jedhuun gaggeeffama jira.
Yaa’ichan dhimmoota garaagaraa biyyaa fi naannoorratti ni marii’ataamaan eegama.
Ergamtoonni dhaabbii sochii hojii Koreewwaanii, gabaasa koree teeknikaa addaa, gabaasa komishinii Gamtaa Afrikaa fi hojiiwwan bara darbee qaamolee biroon hojjetamaan irratti ni mari’ataamaan eegama.
Yaa’ichi guyyoota 2fi kan gaggeeffamu.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.