Fana: At a Speed of Life!

Waajjirri Muummee Ministira dhaabbilee proojektii ‘Maaddii Biyyaaf’ irratti hirmaachuun maallaqa galii taasisanii fi naga’ee erguun beeksisan galateeffate

Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)- Waajjirri Muummee Ministira dhaabbilee proojektii ‘Maaddii Biyyaaf’ irratti hirmaachuun maallaqa galii taasisanii fi naga’ee erguun beeksisan galateeffate.
Naannoo Oromiyaa – Birrii miiliyoona 70
Naannoo Gambeellaa – Birrii miiliyoona 11.7
Naannoo Hararii- Birrii miiliyoona 5
Naannoo Somaalee – Birrii miiliyoona 5
Naannoo Affaar – Birrii miiliyoona 4.7
Naannoo Amaaraa – Birrii miiliyoona 22
Naannoo Sidaamaa – Birrii miiliyoona 10
Naannoo Kibbaa – Birrii miiliyoona 50
Bulchiinsa magaalaa Finfinnee – Birrii miiliyoona 100
Naashinaal onlaayiin Ityoophiyaa – Birrii miiliyoona 40
Korporeeshinii humna elektirikaa Ityoophiyaa – Birrii miiliyoona 80
Baankii Biyyoolessaa Ityoophiyaa – Birrii miiliyoona 13.7
Hayaat Riil Isteet – Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Abisiiniyaa Intagireet Stiil – Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Sa’id Yaasiin – Birrii miiliyoona 10
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Seentinaal Stiil – Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Mulgeetaa- Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee konistiraakshinii Saantaa Maariyaa- Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Hoosi’aa Tireediing Haawuus- Birrii miiliyoona 5
Tiraankoo Tireediing – Birrii miiliyoona 10
Nooh Reel Steet – Birrii miiliyoona 5
Warataa Internaashinaal Bizinaasii – Birrii miiliyoona 5
Birhaan Tireeding – Birrii miiliyoona 5
B.N.T.N D.N.A tireed – Birrii miiliyoona 5
Bi’aakeekaa Tireed- Birrii miiliyoona 10
Alamaayyoo Katamaa- Birrii miiliyoona 10
Konstiraakshinii Sanshaayiin- Birrii miiliyoona 5
Immiruu Naggaa – Birrii miiliyoona 10
Raammaa Konistiraakshiin – Birrii miiliyoona 10
Aseer Konstiraakshiin – Birrii miiliyoona 5
Maarkaan Konstiraakshiin – Birrii miiliyoona 5
Dirribaa Dafraashaa – Birrii miiliyoona 5
D.M.S – Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Faalee – Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Kiibsh – Birrii miiliyoona 5
Konistiraakshinii Yooteek- Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Gamshuu- Birrii miiliyoona 10
Baahraan Tireeding – Birrii miiliyoona 5
Konistiraakshinii Makroo jeneraal – Birrii miiliyoona 5
Eelsmeed Heelzikeer Sooluushiin – Birrii miiliyoona 5.9
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Wiizdam Treeding – Birrii miiliyoona 5
Reel steeti Giift- Birrii miiliyoona 5
Inniy Konistiraakshinii – Birrii miiliyoona 5
Korporeeshinii injinariing mootar Ityoophiyaa – Birrii miiliyoona 10
Amdihuun jeneraal treeding – Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Alsaam- Birrii miiliyoona
Obsee Waqgaariitin
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.