Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin ga’een dhaabbilee nageenyaa ce’umsa siyaasaa keessatti qaban gaaggeefamaa jira

Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Waltajjiin marii ga’een dhaabbileen nageenyaa ce’umsa biyyatti keessatti qaban ilaalchisuun Finfinneetti gaggeeffamaa jira.

Qopheessummaa Instiitiyuutii Dhimmoota Tarsiimoon gaggeeffamaa kan jiru marii kanarratti ogeessoonni damichaa fi dhaabbilee nageenyaa hirmaacha jiru.

Hanqinni ogeessootaa fi qorannoo, jijjiiramicha fudhachuu dhabuu fi malaammaltummaan dhaabbilee nageenyaarratti rakkinoota uumaamaan ta’uu eerameera.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.