Fana: At a Speed of Life!

Filannoo waliin walqabatee yakkoota rawwatamuu danda’an qorachuuf qophiin taasifamaa jira – Abbaa Alangaa Waligalaa Federaala

Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Filannoo waliin walqabatee yakkoota raawwatamuu danda’an qorachuu qophiin taasifamaa jiraachuu Abbaan Alangaa Waligalaa Federaala beeksise.
Seera filannoo haaraa irratti Abbootii seeraa fi Abbaa Alangaa naannoo, hooggantootaa fi oggessoota komishinii poolisii federaalaa fi naannoof Finfinneetti leenjiin laatamaa jira.
Filannoon walqabatee demokiraasii hojiirra oolchuun meeshaa murteessaa ta’uu kan himan Itti Aanaa Abbaa Alangaa waliigalaa Fiqaaduu Tsaggaa filannoo dhufu nagaan akka gaggeeffamuuf ogeessoota leenjisaadha eegalee qophiin ta’aa jiraachuu ibsaniiru.
Waltajjichaan filannoo waliin walqabatee yakkoota rawwatamuu danda’an qorachuuf qophiin taasifamaa jiraachuus himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.