Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Iyyoob Takkaalenyi Ityoophiyaatti ambaasaaddar Faransaay waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Ministir Deettaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaalenyi Ityoophiyaatti ambaasaaddar Faransaay Reemii Maarshoon waliin mari’atan.
Haala hariiroo diinagdee biyyoota lamaanii cimsuun danda’amurratti mari’achuu isaanii ragaan Ministeera Maallaqaarraa argamerraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.