Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Sidaamaatti dhaabbileen 12 tajaajjila faarmaasii laachuuf mijataa ta’an eebbifamuun hojii eegalan

Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Naannoo Sidaamaatti dhaabbileen 12 tajaajjila faarmaasii laachuuf mijataa ta’an eebbifamuun hojii eegalan.
Deettaan Ministira Fayyaa aadde Saahraalaa Abdulaahii waayita dhaabbiilee kanneen eebbisiisanii hojii eeggalchiisaan haasaa taasisaaniin, tajaajjila faarmaasii fooyyeessuun qulqullin atajaajila seektara fayyaa mirkaneessuuf hojiiwwan eegalaman keessaa tokko ta’uu himaniiru.
Hoogganaa Itti Aanaa Biiroo Fayyaa naannichaa obbo Yohaannis Yaataamoo gama isaaniin, bara baajatichaatti dhaabbilee dabalataa 3 gara hojii akka galan ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya
https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.