Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa fi Faransaay hariiroo baroota dheeraa damee barnootaan waliin qaban cimsanii akka itti fufan waliigalan

Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Ministirri Barnootaa Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay Riimii Marchuuksii waliin marii’atan.
Aanga’oonni lamaan Ityoophiyaa fi Faransaay damee barnoota irratti dhimoota waliin hojjechuu danda’anirratti marii’ataniiru.
Marichaaniis, Ityoophiyaa fi Faransaay hariiroo baroota dheeraa damee barnootaan waliin qaban cimsanii akka itti fufan waliigalaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya
https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.