Fana: At a Speed of Life!

Kollejjiin Paardayizvaalii dameen Shaashamannee muummeewwan garaagaraatiin barattoota sadarkaa (Level), digrii jalqabaa fi digrii 2ffaan barsiisaa ture kuma 6 ol har’a eebbise

Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Kollejjiin Paardayizvaalii dameen Shaashamannee muummeewwan garaagaraatiin barattoota sadarkaa (Level), digrii jalqabaa fi digrii 2ffaan barsiisaa ture kuma 6 ol har’a eebbise.
Kollejjichi barattoota levilii,digrii duraa fi digrii 2ffaan barattoota 6992 mummeewwan Fayyaa, Bisinesii,ikonomiksii fi saayinsii teeknoloojiitiin barsiisee eebbisiisuu diiniin kollejjichaa obbo Kadiir Usmaan himaniiru.
Akka gabaasa OBNtti eebbifamtoonni ogummaa barataniin ofi fi maatii isaanii jijjiiruuf cimnee hojjanna jedhaniru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.