Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach fiigichi guddaan Ityoophiyaa fiigichaa fi ispoortiirra dabree kan tokkummaa, milkaa’ina, jaalalaa akkasumas madda hawwata Tuurizimii ta’uun maqaa gaarii biyya keenyaa ijaareera jedhan

Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Itti aantuun Kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fiigichi guddaan Ityoophiyaa fiigichaa fi ispoortiirra dabree kan tokkummaa, milkaa’ina, jaalalaa akkasumas madda hawwata Tuurizimii ta’uun maqaa gaarii biyya keenyaa ijaareera jedhan.
Aadde Adaanach fuula Feesbuukii isaaniitin akka beeksisaanitti, Ityoophiyaatti fiigicha guddichi akkuma baratame bifa ho’aa ta’ee fi bashannansiisaf gammachiisaa ta’een magaalaa keenyatti gaggeeffameera jedhan.
Nutis akkuma fiigichaa guddicha imala guddinaa biyyi keenya hiyyummaa mo’achuun guddina itti fufiinsa qabu galmeessuuf jireenya keenya guyyaa guyyaa keessatti injifataa haataanu jechuun dhaamaniru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.