Fana: At a Speed of Life!

Qamadiin jallisii boneen faca’e bu’aa qabeessa ta’eera -Dooktar Abiy

Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) – Qamadiin jallisii boneetiin faca’e bu’aa qabeessa ta’aa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.

Bu’aawwan argamerratti carraaqqii kalaqaa dabaluun karoora oomishaalee biyya alaatii galan kan biyya keessaatiin bakka buusuu ni dhugoomsina jedhan Fuula Feesbuukii isaaniin.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.