Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 545 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 545 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 2 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 5801 f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 545 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Namoonni haaraan 161 dandamataniiru.

Namoonni 11,845 yaalarratti argamu.

Namoonni 230 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 2 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 1,965 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 126,786 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.