Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 322 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 322 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 13 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 3,934f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 322 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Namoonni haaraan 203 dandamataniiru.

Namoonni 11,463 yaalarratti argamu.

Namoonni 245 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 13 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 1,950 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 126,241 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.