Fana: At a Speed of Life!

Kutaa magaalaa Aqaaqiitti ayyaana Qillee sababeeffachuun harka qalleeyyii 500f deeggarsi taasifame

Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqiitti ayyaana Qillee sababeeffachuun harka qalleeyyii 500f deeggarsii miidhaanii fi meeshaalee garaagaraa taasifameera.
Dabalataanis namoota daandirraa jiraataan 475 affeerraan laaqana taasifameera.
Akka gabaasa OBNtti deeggarsi kun kan walitti qabame abbootii qabeenyaa,hawaasaa fi hojjeettoota mootummaa irraa akka ta’e hojii raawwachiiftuun kutaa magaalichaa Aadde Fatiyaa Mahaammad himaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.