Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Qillee wayita kabajamuu balaan tasaa fi ibiddaa akka mudanneef of eeggannoo taasisuun barbaachisadha jedhame

Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Hawaasni wayita ayyaana Qillee kabajatuu balaan tasaa fi ibidda akka hin mudanneef of eeggannoo taasisuu akka qabu Komishiniin Hooggansa Sodaa Balaa fi Ibiddaa yaadachiise.
Komishiniin Hooggansa Sodaa balaa fi ibiddaa hogganaa garee kominikeeshinii obbo Gulilaat Getaanee, gandoota manneen walitti hidhamoo keessaatti of eeggannoo barbaachisaan taasifamuu qaba jedhaniiru.
Dabalataaniis meeshaalee nyaanni ittin bilchaatu isliindaroota of eeggannoon fayyadamuu dhabuu fi bakka ibiddi jirutti balfaa kusuun balaa ibiddaa uumuu danda’aa jedhaniiru.
Kanaafis hawaasni of eeggannoo barbaachisaa taasisuu qaba jedhaniiru.
Wayita balaan ibiddaa mudatuutti sararoota bilbilaa kallatti komishinichaa 011 155 53 00 ykn 011 156 86 01 sarara bilbilaa bilisaan ammoo 939 irratti daawwaluun akka beeksifamuuf ifoomsu himaniiru.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamakeenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.